Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


252) Talking about Family

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
How many are you?Isin nama meeqa?
We are five.Nu nama shani.
What is your father’s name?Maqaan abbaa keetii eennu?
My father’s name is Mr.PeterMaqaan abbaa kooti obbo Pheexiroos jedhama.
What is your father’s job?Hojiin abbaa keetii maali?
My father is a farmer.Abbaan kiyya qonnaan bulaadha.
Do you have brothers and sisters?Obboleessaafi obboleettii qabdaa?
Yes, I have.Ee, hinqaba.
How many brothers do you have?Obboleeyyan meeqa qabda?
I have four brothers.Obboleeyyan afur qaba.
Are they elder to you or younger to you?Isaan hangafa mo'o quxisuu/maandhaa keeti?
They are younger to me.Isaan quxisuu kooti.
How old is your brother?Umriin obboleessa keetii meeqa?
He is 30 years old.Waggaa/ganna soddoma.
Is he married?Inni fuudhee jiraa?
Yes, he is married.Ee, fuudhee jira.
Does he have children?Ijoollee qabaa?
Yes, He has children.Ee, hinqaba.
How many children does he have?Ijoollee meeqa qaba?
He has three children.Ijoollee sadii qaba.
What is your nephew’s name?Maqaan mucaa obboleessa keetii eenyu?
My nephew’s name is Abeba.Maqaan mucaa obboleessa kootii Abbabaadha.
Does he go to school?Mana barumsaa galee?
Yes, he goes to school?Ee, hinbarata.
Which grade is he studying?Kutaa meeqa barata?
He is studying fourth grade.Kutaa/gola afur barata.