Ethiopian Languages – Ethio Language Box

I know      I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


253) Talking about House

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Where do you live?Eessa jiraatta?
I live in piassa/piazza.Birbirsa Gooroo jiraadha.
How big is your house?Manni kee hammam bal'ata?
It is medium.Jiddugaleessa.
How many rooms does it have?Kutaa meeqa qaba?
It has 4 rooms.Kutaa afur qaba.
What are they?Maal fa'a?
They are living room, bed room, kitchen and bath room.Kutaa keessummaa, ciisichaa, golaafi mana fincaaniiti.
Do you have a sofa?Soofaa qabdaa?
Yes, I have a sofa.Ee, nanqaba.
Do you have a television?Televizhinii qabdaa?
Yes, I have a television.Ee, nanqaba.
What do you have in your salon?Kutaa keessummaa keessaa maal/maalfa'a qabda?
I have television, music player and fridge etc...Televizhinii, muuziqaa taphachiistuuf qabbaneessituu qaba.
What do you have in your bed room?Kutaa ciisichaa keessaa maal qabda?
I have a bed and dressing table.Sireef saanduqa uffataa qaba.
What do you have in your kitchen?Mana aaraa keessaa maal qabda?
I have stove and a lot of vessels.Eeleefi meeshaa ittiin ittoo hojjatantu jira.
Do you have geyser in your bath room?Kutaa dhiqannaa keessa meeshaan bishaan ho'isu jiraa?
Yes, I have.Ee, nanqaba.
Do you have a garden?Eddoo qabdaa?
No, I do not have garden.Lakki, hinqabu.
Are you a tenant?Mana kiraa jiraattaa?
Yes, I am a tenant.Ee, kireeffadhee jiraadha.
How much is the rent?Meeqaan kireeffatte?
It is Birr 2000.Qarshii kuma lama.
Do you like your house?Mana kee hinjaalattaa?
Yes, I like it.Ee, hinjaaladha.