Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

124) Give - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ እየሰጠሁ ነው፡፡

Afaan Oromoo

(Ani) kennaan jira.

Amharic

እኛ እየሰጠን ነው፡፡

Afaan Oromoo

Nu kennaa jirra.

Amharic

አንተ እየሰጠህ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Ati kennaa jirta.

Amharic

አንቺ እየሰጠሽ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Ati kennaa jirta.

Amharic

እሷ እየሰጠች ነው፡፡

Afaan Oromoo

Isiin kennaa jirti.

Amharic

እናንተ እየሰጣችሁ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Isin kennaa jirtan.

Amharic

እሱ እየሰጠ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Inni kennaa jira.

Amharic

እነሱ እየሰጡ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Isaan kennaa jiran.