Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

125) Give -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ እየሰጠሁ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Ani kennaa hinjiru.

Amharic

እኛ እየሰጠን አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Nu kennaa hinjirru.

Amharic

አንተ እየሰጠህ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Ati kennaa hinjirtu.

Amharic

አንቺ እየሰጠሽ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Ati kennaa hinjirtu.

Amharic

እሷ እየሰጠች አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Isiin kennaa hinjirtu.

Amharic

እናንተ እየሰጣችሁ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Isin kennaa hinjirtan.

Amharic

እሱ እየሰጠ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Inni kennaa hinjiru.

Amharic

እነሱ እየሰጡ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Isaan kennaa hinjiran.