Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
እኔ እየሰጠሁ ነበር፡፡
(Ani) kennaan ture.
እኛ እየሰጠን ነበር፡፡
Nu kennaa turre.
አንተ እየሰጠህ ነበር፡፡
Ati kennaa turte.
አንቺ እየሰጠሽ ነበር፡፡
እሷ እየሰጠች ነበር፡፡
Isiin kennaa turte.
እናንተ እየሰጣችሁ ነበር፡፡
Isin kennaa turtan.
እሱ እየሰጠ ነበር፡፡
Inni kennaa ture.
እነሱ እየሰጡ ነበር፡፡
Isaan kennaa turan.