Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
እኔ እጽፋለሁ፡፡
(Ani) nan barreessa.
እኛ እንጽፋለን፡፡
Nu ni barreessina.
አንተ ትጽፋለህ፡፡
Ati ni barreessita.
አንቺ ትጽፊያለሽ፡፡
እሷ ትጽፋለች፡፡
Isiin ni barreessiti.
እናንተ ትጽፋላችሁ፡፡
Isin ni barreessitu.
እሱ ይጽፋል፡፡
Inni ni barreessa.
እነሱ ይጽፋሉ፡፡
Isaan ni barreessan.