Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

129) Write - Verb Form in Present Tense - Negative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ አልጽፍም፡፡

Afaan Oromoo

Ani hinbarreessu.

Amharic

እኛ አንጽፍም፡፡

Afaan Oromoo

Nu hinbarreessinu.

Amharic

አንተ አትጽፍም፡፡

Afaan Oromoo

Ati hinbarreessitu.

Amharic

አንቺ አትጽፊም፡፡

Afaan Oromoo

Ati hinbarreessitu.

Amharic

እሷ አትጽፍም፡፡

Afaan Oromoo

Isiin hinbarreessitu.

Amharic

እናንተ አትጽፉም፡፡

Afaan Oromoo

Isin hinbarreessitan.

Amharic

እሱ አይጽፍም፡፡

Afaan Oromoo

Inni hinbarreessu.

Amharic

እነሱ አይጽፉም፡፡

Afaan Oromoo

Isaan hinbarreessan.