Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

130) Write - Verb Form in Past Tense - Affirmative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ ጻፍኩ፡፡

Afaan Oromoo

Ani barreesse.

Amharic

እኛ ጻፍን፡፡

Afaan Oromoo

Nu barreessine.

Amharic

አንተ ጻፍክ፡፡

Afaan Oromoo

Ati barreessite.

Amharic

አንቺ ጻፍሽ፡፡

Afaan Oromoo

Ati barreessite.

Amharic

እሷ ጻፈች፡፡

Afaan Oromoo

Isiin barreessite.

Amharic

እናንተ ጻፋችሁ፡፡

Afaan Oromoo

Isin barreessitan.

Amharic

እሱ ጻፈ፡፡

Afaan Oromoo

Inni barreesse.

Amharic

እነሱ ጻፉ፡፡

Afaan Oromoo

Isaan barreessan.