Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

131) Write - Verb Form in Past Tense - Negative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ አልጻፍኩም፡፡

Afaan Oromoo

Ani hinbarreessine.

Amharic

እኛ አልጻፍንም፡፡

Afaan Oromoo

Nu hinbarreessine.

Amharic

አንተ አልጻፍክም፡፡

Afaan Oromoo

Ati hinbarreessine.

Amharic

አንቺ አልጻፍሽም፡፡

Afaan Oromoo

Ati hinbarreessine.

Amharic

እሷ አልጻፈችም፡፡

Afaan Oromoo

Isiin hinbarreessine.

Amharic

እናንተ አልጻፋችሁም፡፡

Afaan Oromoo

Isin hinbarreessine.

Amharic

እሱ አልጻፈም፡፡

Afaan Oromoo

Inni hinbarreessine.

Amharic

እነሱ አልጻፉም፡፡

Afaan Oromoo

Isaan hinbarreessine.