Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

132) Write - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ እየጻፍኩ ነው፡፡

Afaan Oromoo

(Ani) barreessaan jira.

Amharic

እኛ እየጻፍን ነው፡፡

Afaan Oromoo

Nu barreessaa jirra.

Amharic

አንተ እየጻፍክ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Ati barreessaa jirta.

Amharic

አንቺ እየጻፍሽ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Ati barreessaa jirta.

Amharic

እሷ እየጻፈች ነው፡፡

Afaan Oromoo

Isiin barreessaa jirti.

Amharic

እናንተ እየጻፋችሁ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Isin barreessaa jirtu.

Amharic

እሱ እየጻፈ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Inni barreessaa jira.

Amharic

እነሱ እየጻፉ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Isaan barreessaa jiru.