Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

133) Write -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ እየጻፍኩ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Ani barreessaa hinjiru.

Amharic

እኛ እየጻፍን አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Nu barreessaa hinjirru.

Amharic

አንተ እየጻፍክ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Ati barreessaa hinjirtu.

Amharic

አንቺ እየጻፍሽ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Ati barreessaa hinjirtu.

Amharic

እሷ እየጻፈች አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Isiin barreessaa hinjirtu.

Amharic

እናንተ እየጻፋችሁ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Isin barreessaa hinjirtan.

Amharic

እሱ እየጻፈ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Inni barreessaa hinjiru.

Amharic

እነሱ እየጻፉ አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Isaan barreessaa hinjiran.