Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
እኔ እየጻፍኩ ነበር፡፡
(Ani) barreessaan ture.
እኛ እየጻፍን ነበር፡፡
Nu barreessaa turre.
አንተ እየጻፍክ ነበር፡፡
Ati barreessaa turte.
አንቺ እየጻፍሽ ነበር፡፡
እሷ እየጻፈች ነበር፡፡
Isiin barreessaa turte.
እናንተ እየጻፋችሁ ነበር፡፡
Isin barreessaa turtan.
እሱ እየጻፈ ነበር፡፡
Inni barreessaa ture.
እነሱ እየጻፉ ነበር፡፡
Isaan barreessaa turan.