Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

135) Write - Verb Form in Past Continuous - Negative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ እየጻፍኩ አልነበረም፡፡

Afaan Oromoo

Ani barreessaa hinturre.

Amharic

እኛ እየጻፍን አልነበረም፡፡

Afaan Oromoo

Nu barreessaa hinturre.

Amharic

አንተ እየጻፍክ አልነበረም፡፡

Afaan Oromoo

Ati barreessaa hinturre.

Amharic

አንቺ እየጻፍሽ አልነበረም፡፡

Afaan Oromoo

Ati barreessaa hinturre.

Amharic

እሷ እየጻፈች አልነበረም፡፡

Afaan Oromoo

Isiin barreessaa hinturre.

Amharic

እናንተ እየጻፋችሁ አልነበረም፡፡

Afaan Oromoo

Isin barreessaa hinturre.

Amharic

እሱ እየጻፈ አልነበረም፡፡

Afaan Oromoo

Inni barreessaa hinturre.

Amharic

እነሱ እየጻፉ አልነበረም፡፡

Afaan Oromoo

Isaan barreessaa hinturre.