Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
እኔ ሐኪም አልነበርኩም፡፡
Ani ogeessa fayyaa hinturre.
እኛ ሐኪሞች አልነበርንም፡፡
Nuyi/Nu'i/Nu ogeeyyii fayyaa hinturre.
አንተ ሐኪም አልነበርክም፡፡
Ati ogeessa fayyaa hinturre.
አንቺ ሐኪም አልነበርሽም፡፡
Ati ogeettii fayyaa hinturre.
እሷ ሐኪም አልነበረችም፡፡
Isheen/Isiin ogeettii fayyaa hinturre.
እናንተ ሐኪሞች አልነበራችሁም፡፡
Isin ogeeyyii fayyaa hinturre.
እሱ ሐኪም አልነበረም፡፡
Inni ogeessa fayyaa hinturre.
እነሱ ሐኪሞች አልነበሩም፡፡
Isaan ogeeyyii fayyaa hinturre.