Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
እያስተማርሽው ነው/ነበር፡፡
Ati isa barsiisaa jirta/turte.
እያስተማርሻት ነው/ነበር፡፡
Ati isii barsiisaa jirta/turte.
እያስተማርሻቸው ነው/ነበር፡፡
Ati isaan barsiisaa jirta/turte.
እያስተማርሽኝ ነው/ነበር፡፡
Ati na barsiisaa jirta/turte.
እያስተማርሽን ነው/ነበር፡፡
Ati nu barsiisaa jirta/turte.