Amharic ከክፍሉ የፈተና ውጤትህ/ሽ እጅግ ከፍተኛ ስለሆነ እንኳን ደስ አለህ/ሽ ማለት እፈልጋለሁ፡፡ Afaan Oromoo Kutaa keessaa qabxiin gaariin kee waan ta'eef baga gammadde siin jechuu barbaada.
Amharic እንኳን ደስ አለህ/ሽ! ደስ ብሎኛል፡፡ ውጤትህ/ሽ እጅግ በጣም ከፍትኛ ነው! Afaan Oromoo Qabxiin kee baay'ee gaarii waan ta'eef, gammadi. Anis gammadeen jira.
Amharic እጅግ ከፍትኛ ውጤት ስላመጣህ/ሽ እንኳን ደስ አለህ/ሽ ልበልህ/ሽ፡፡ Afaan Oromoo Qabxii gaarii galmeessiteef baga gammadde siin jedha.
Amharic መጥፎ ሀሳብ አይደለም፣ ግን በሌላ ጊዜ ብናየው፡፡ Afaan Oromoo Yaada yaraa miti; garuu yeroo birootiif ni ta'a.
Amharic እባክህ፣ መጽሓፍህን/ሽን ስለ ጣልኩብህ/ብሽ ይቅርታ አድርግልኝ/ጊልኝ፡፡ Afaan Oromoo Maaloo, kitaaba kee waan si jalaa gateef dhiifama naa jodhi.
Amharic ይቅርታ እመቤቴ! በጣም ቅርብ ፖስታ ቤት የቱጋ ነው? Afaan Oromoo Dhiifama haadhoo koo, dhiyoo kana manni poostaa eessa jira?
Amharic እባክህ/ሽ፣ የተናገርከውን ልትደግምልኝ/ሚልኝ ትችላለህ/ያልሽ? Afaan Oromoo Maaloo maal akka jette irra naa deebi'uu dandeessaaaa?
Amharic እባክህ/ሽ፣ አሁን የተናገርከውን/ሺውን ልታስርዳኝ/ጂኝ ትችላልህ/ያለሽ? Afaan Oromoo Maaloo, maal akka dubbatte irra naa deebi'uu dandeessaa?
Amharic እባክህ/ሽ፣ ቀስ ብለህ/ለሽ መናገር ትችላለህ/ያለሽ? Afaan Oromoo Maaloo, osoo suuta jettee dubbattee garaa si hanqataa?
Amharic ተረጋግተህ ልታውራ/ሪ ትችላለህ/ያለሽ ? Afaan Oromoo Maaloo, sagalee kee gad qabattee dubbachuu dandeessaa?
Amharic እስከ አርብ አምሳ ብር ታበድረኛለህ/ሪኛለሽ? Afaan Oromoo Maaloo, hanga Jimaataatti qarshii shantama naa liqeessitaa?
Amharic እስክሪብቶህን/ሽን ለጥቂት ጊዜ ታውሰኛለህ/ሺኛለሽ? እሺ፡፡ ይሄው፡፡ Afaan Oromoo Qalama kee daqiiqaaf naa ergisuu dandeessaa? Tole. Kunoo.
Amharic እባክህ/ሽ፣ ፍጠን/ኝ ያለዚያ እንዘገያለን፡፡ Afaan Oromoo Maaloo, daddafi ta'uu baannaan hingalaalchinaa / barfanna.
Amharic እባክህ/ሽ፣ አትጩህ/ሂ፡፡ (አታውራ/ሪ፣ አታልቅስ/ሽ፣ ወዘተ.) Afaan Oromoo Maaloo iyyuu dhiisi. (Oduu dhiisi, booyuu dhiisiifi kkf)
Amharic የማትፈልገውን ነገር ለማስቆም መጠየቅ Afaan Oromoo Yeroo inni hojii qajeelatti hojjachuu dhabe dhaabsisuuf gaafachuu
Amharic ንግግርህን/ሽን አርም/ሚ፡፡ / አፍክን ጠብቅ/ቂ፡፡ / አንደበትክን/ሽን ቆጥብ/ቢ፡፡ Afaan Oromoo Caldhiftee hindubbatin. Of eeggannoon dubbadhu. Haasawa kee sirreessi.
Amharic አዲሱን የፀጉር አሠራርክን/ሽን ወድጄዋለሁ፡፡ Afaan Oromoo Akkaataan rifeensa keetii isa haaraa kana jaaladheera.
Amharic ለልደቴ ልጋብዝህ/ሽ እፈልጋለሁ፡፡ Afaan Oromoo Guyyaa dhaloota kiyyaarratti akka argamtu si affeeruun barbaada.
Amharic ይቅርታ፡፡ እኔ ዛሬ ማታ(ነገ/ቅዳሜ) ስራ አለብኝ፡፡ Afaan Oromoo Dhiifama. Har'a galgala (boru/sanbata) hojii qaba.