Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
ሰኞ
Wiixata/Hojja duree/dafinoo
ማክሰኞ
Kibxata/lammaffoo/Jila/darroo/facaasaa
ረቡዕ
Harbaa/Roobii
ሐሙስ
Kamsaa/Kamisa
አርብ
Jimaata
ቅዳሜ
Sanbata/ sanbata xiqqaa/gidirsanbata
እሁድ
Dilbata/ sanbata guddaa
ጥር
Amajjii
የካቲት
Gurraandhala
መጋቢት
Bitooteessa
ሚያዝያ
Ebla
ግንቦት
Caamsaa
ሰኔ
Waxabajjii
ሐምሌ
Adoolessa
ነሐሴ
Hagayya
መስከረም
Fulbaana
ጥቅምት
Onkololeessa
ህዳር
Sadaasa
ታኀሳስ
Muddee
በጋ
Bona
ክረምት
Ganna
በልግ
Arfaasaa
ፀደይ
Birraa
የክረምት አጋማሽ
Walakkaa Gannaa/ ganna walakkaa/ganna dullacha/walakkeessa gannaa
ቀን
Guyyaa
ሳምንት
Torban
ወር
Ji'a
ዓመት
Waggaa
10 ዓመት
Waggaa kudhan
100 ዓመት
Jaarraa
ዘመን
Bara
ጊዜ
Yeroo
ሰዓት
Sa'aatii
ደቂቃ
Daqiiqaa
ሴኮንድ
Sekondii
ማለዳ
Obboroo
ንጋት
Barii
ጧት
Ganama
ከሰዓት
Waree booda
ምሽት
Galgala
ማታ/ ሌሊት
Halkan
እኩለ ሌሊት
Halkan qixxee
እኩለ ቀን
Guyyaa walakkaa
ፀሐይ ግባት
Dhiha aduu
ፀሐይ መውጣት
Baha aduu
ጨለማ
Dukkana
ብርሃን
Ifa
የቀን ብርሃን
Ifa guyyaa