Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
ሕዝብ
Ummata
ሰው
Nama
ቤተሰብ
Maatii
ዘመዶች
Fira/Firoota
ወንድ ልጅ
Ilma
ልጃገረድ
Intala
ወንዶች
Dhiirota
ሴቶች
Dubartoota
እንስት
Dhalaa
ወንደ ላጤ
Qeerroo
ሴት ላጤ
Qeerrittii/Qarree
ያገባ
Kan fudhe/suubboo/kan jinfuu irkifate
ያገባች
Kan heerumte
አቶ
Obboo
ወይዘሮ
Aaddee
ወይዘሪት
Dubree
ወንድ አያት
Akaakayyuu
ሴት አያት
Akkoo/Akkawoo
እናት
Haadha
አባት
Abbaa
ባል
Dhi(i)rsa/jaarsa
ሚስት
Niitii/jaartii
ህፃን ልጅ
Ijoollee
ህፃን
Daa'ima
ሞግዚት
Guddiftuu/gayyaa
የበኩር ልጅ
Ilma hangafaa
Ilma dhiiraa
ሴት ልጅ
ወንድም
Obboleessa
ታላቅ ወንድም
Obboleessa hangafaa/Hangafa
ታናሽ ወንድም
Obboleessa quxisuu/Maandhaa/eegoo
እህት
Obboleettii
አጎት
Eessuma/abuyyaa
አክስት
Adaadaa/haboo
አማት
Soddaatii
አማች
Soddaa/abbaa intalaa
አማች/የልጅ ባል/
Soddaa/dhiirsa intalaa
ምራት/የልጅ ሚስት/
Intala ilmaa
የእህት/የወንድም ወንድ ልጅ
Ilma obboleessaa
የእህት/የወንድም ሴት ልጅ
Intala obboleessaa
ያጎት/የአክስት ልጅ
Durbittii/Durbii
የእንጀራ አባት
Abba lamii
የእንጀራ እናት
Gayyaa
የእንጀራ ልጅ (ወንድ)
Ilma guddisaa
የእንጀራ ልጅ (ሴት)
Intala guddisaa
ወላጅ አልባ
Ijoollee Abbaafi haati irraa du'an