Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
ጓደኛ
Hiriyyaa
ጓደኞች
Hiriyyoota
ተማሪ
Barataa
ተማሪዎች
Barattoota
አስተማሪ/ መምህር
Barsiisaa
አስተማሪዎች/ መምህራን
Barsiisota
ልጅ
Finna
ልጆች
Ijoollee
ሐኪም
Doktora
ሐኪሞች
Doktoroota
ገበሬ
Qonnaan bulaa
ገበሬዎች
Qonnaan bultoota
ወረቀት
Waraqaa
ወረቀቶች
Waraqaalee
እስክርቢቶ
Qalama
እስክርቢቶዎች
Qalamoota
ዉሻ
Saree
ዉሾች
Saroota
ቦርሳ
Korojoo
ቦርሳዎች
Korojoota
ጠረጴዛ
Minjaala
ጠረጴዛዎች
Minjaalota
ወንበር
Teessoo
ወንበሮች
Teessoowwan
ወፍ
Sinbira
ወፎች
Sinbirroota
ሕፃን
Daa'ima
ሕፃኖች
Daa'imman
መጽሐፍ
Kitaaba
መጽሐፎች/ መጻሕፍት
Kitaabota