Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
እኔ ትናንት ጋዜጣ አነበብኩ፡፡
Ani kaleessa gaazexaa dubbise.
እኛ ትናንት ጋዜጣ አነበብን፡፡
Nu kaleessa gaazexaa dubbisne.
አንተ ትናንት ጋዜጣ አነበብክ፡፡
Ati kaleessa gaazexaa dubbifte.
አንቺ ትናንት ጋዜጣ አነበብሽ፡፡
Ati kaleessa gaazexaa dubbiste.
እሷ ትናንት ጋዜጣ አነበበች፡፡
Isiin kaleessa gaazexaa dubbiste.
እናንተ ትናንት ጋዜጣ አነበባችሁ፡፡
Isin kaleessa gaazexaa dubbistan.
እሱ ትናንት ጋዜጣ አነበበ፡፡
Inni kaleessa gaazexaa dubbise.
እነሱ ትናንት ጋዜጣ አነበቡ፡፡
Isaan kaleessa gaazexaa dubbisan.