Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
እኔ አማርኛ መናገር እችላለሁ፡፡
Ani Amaariffa dubbachuu danda'a.
እሱ መኪና መንዳት ይችላል፡፡
Inni konkolaachisuu danda'a.
መሄድ አለብኝ፡፡
Deemuun qaba.
መምጣት አለብኝ፡፡
Dhufuun qaba.
(እኔ) ልምጣ?
Dhufuu?
(እኔ) ልሂድ?
Deemuu?
(እኔ) ላምጣ?
Fiduu?
(እኔ) ልስጥ?
Kennuu?
(እኔ) ልውሰድ?
Fudhadhuu?
(እኔ) ልጠጣ?
Dhuguu?
(እኔ) ልግዛ?
Bituu?
(እኔ) ልሽጥ?
Gurguruu?
(እኔ) ልደውል?
Bilbiluu?
(እኔ) ልሞክር?
Yaaluu?
(አንተ) ሲጋራ ማጨስ ማቆም አለብህ፡፡
Tamboo xuuxuu dhiisuu qabda.
(አንተ) ታላላቆችን ማክበር ይገባሀል፡፡
Hangafoota kee kabajuu qabda.