Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

74) Past Tense - Interrogative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ ትናንት ጋዜጣ አነበብኩ?

Afaan Oromoo

Ani kaleessa gaazexaa dubbisee?

Amharic

እኛ ትናንት ጋዜጣ አነበብን?

Afaan Oromoo

Nu kaleessa gaazexaa dubbisnee?

Amharic

አንተ ትናንት ጋዜጣ አነበብክ?

Afaan Oromoo

Ati kaleessa gaazexaa dubbistee?

Amharic

አንቺ ትናንት ጋዜጣ አነበብሽ?

Afaan Oromoo

Ati kaleessa gaazexaa dubbistee?

Amharic

እሷ ትናንት ጋዜጣ አነበበች?

Afaan Oromoo

Isiin kaleessa gaazexaa dubbistee?

Amharic

እናንተ ትናንት ጋዜጣ አነበባችሁ?

Afaan Oromoo

Isin kaleessa gaazexaa dubbistanii?

Amharic

እሱ ትናንት ጋዜጣ አነበበ?

Afaan Oromoo

Inni kaleessa gaazexaa dubbisee?

Amharic

እነሱ ትናንት ጋዜጣ አነበቡ?

Afaan Oromoo

Isaan kaleessa gaazexaa dubbisanii?