Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

75) Past Tense - Negative Form

Click to choose another topic
Amharic

እኔ ትናንት ጋዜጣ አላነበብኩም፡፡

Afaan Oromoo

Ani kaleessa gaazexaa hindubbisne.

Amharic

እኛ ትናንት ጋዜጣ አላነበብንም፡፡

Afaan Oromoo

Nu kaleessa gaazexaa hindubbisne.

Amharic

አንተ ትናንት ጋዜጣ አላነበብክም፡፡

Afaan Oromoo

Ati kaleessa gaazexaa hindubbisne.

Amharic

አንቺ ትናንት ጋዜጣ አላነበብሽም፡፡

Afaan Oromoo

Ati kaleessa gaazexaa hindubbisne.

Amharic

እሷ ትናንት ጋዜጣ አላነበበችም፡፡

Afaan Oromoo

Isiin kaleessa gaazexaa hindubbisne.

Amharic

እናንተ ትናንት ጋዜጣ አላነበባችሁም፡፡

Afaan Oromoo

Isin kaleessa gaazexaa hindubbisne.

Amharic

እሱ ትናንት ጋዜጣ አላነበበም፡፡

Afaan Oromoo

Inni kaleessa gaazexaa hindubbisne.

Amharic

እነሱ ትናንት ጋዜጣ አላነበቡም፡፡

Afaan Oromoo

Isaan kaleessa gaazexaa hindubbisne.