Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

110) Future Tense - Question Words

Click to choose another topic
English

Will you (m) read?

Afaan Oromoo

Ati dubbistaa?

English

Yes, I will read.

Afaan Oromoo

Eeyyee, nan dubbisa.

English

What will you (m) read?

Afaan Oromoo

Ati maal dubbista?

English

I will read news paper.

Afaan Oromoo

Ani gaazexaan dubbisa.

English

Which news paper will you (m) read?

Afaan Oromoo

Ati gaazexaa kamiin dubbista?

English

I will read Addis Zeman news paper.

Afaan Oromoo

Ani gaazexaa Addis Zaman dubbisa.

English

When will you (m) read news paper?

Afaan Oromoo

Ati yoom gaazexaa dubbista?

English

I will read news paper tomorrow.

Afaan Oromoo

Ani boru gaazexaa dubbisa.

English

Where you (m) will read news paper?

Afaan Oromoo

Ati eessatti gaazexaa dubbista?

English

I will read newspaper at my home.

Afaan Oromoo

Ani gaazexaa mana kiyyatti dubbisa.

English

Why will you (m) read news paper?

Afaan Oromoo

Ati maaliif gaazexaa dubbista?

English

I will read newspaper for information.

Afaan Oromoo

Ani odeeffannoof gaazexaa dubbisa.

English

Who will you (m) read news paper with?

Afaan Oromoo

Ati eenyun wojjiin gaazexaa dubbista?

English

I will read news paper with my friends.

Afaan Oromoo

Ani hiriyyoota kiyya wojjiin gaazexaa dubbisa.

English

How will you (m) read news paper?

Afaan Oromoo

Ati akkamitti gaazexaa dubbista?

English

I will read news paper slowly.

Afaan Oromoo

Ani gaazexaa suuta dubbisa.