Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

144) Speak - Verb Form in Present Tense - Affirmative Form

Click to choose another topic
English

I speak.

Afaan Oromoo

(Ani) nan dubbadha.

English

We speak.

Afaan Oromoo

Nu ni dubbanna.

English

You (m) speak.

Afaan Oromoo

Ati ni dubbatta.

English

You (f) speak.

Afaan Oromoo

Ati ni dubbatta.

English

She speaks.

Afaan Oromoo

Isiin ni dubbatti.

English

You (pl) speak.

Afaan Oromoo

Isin ni dubbattu.

English

He speaks.

Afaan Oromoo

Inni ni dubbata.

English

They speak.

Afaan Oromoo

Isaan ni dubbatu.