Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

148) Speak - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

Click to choose another topic
English

I am speaking.

Afaan Oromoo

(Ani) dubbataan jira.

English

We are speaking.

Afaan Oromoo

Nu dubbataa jirra.

English

You (m) are speaking.

Afaan Oromoo

Ati dubbataa jirta.

English

You (f) are speaking.

Afaan Oromoo

Ati dubbataa jirta.

English

She is speaking.

Afaan Oromoo

Isiin dubbataa jirti.

English

You (pl) are speaking.

Afaan Oromoo

Isin dubbataa jirtu.

English

He is speaking.

Afaan Oromoo

Inni dubbataa jira.

English

They are speaking.

Afaan Oromoo

Isaan dubbataa jiru.