Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

164) Teach - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

Click to choose another topic
English

I am teaching.

Afaan Oromoo

(Ani) barsiisaan jira.

English

We are teaching.

Afaan Oromoo

Nu barsiisaa jirra.

English

You (m) are teaching.

Afaan Oromoo

Ati barsiisaa jirta.

English

You (f) are teaching.

Afaan Oromoo

Ati barsiisaa jirta.

English

She is teaching.

Afaan Oromoo

Isiin barsiisaa jirti.

English

You (pl) are teaching.

Afaan Oromoo

Isin barsiisaa jirtu.

English

He is teaching.

Afaan Oromoo

Inni barsiisaa jira.

English

They are teaching.

Afaan Oromoo

Isaan barsiisaa jiru.