Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

188) Sell - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

Click to choose another topic
English

I am selling.

Afaan Oromoo

(Ani) gurguraan jira.

English

We are selling.

Afaan Oromoo

Nu gurguraa jirra.

English

You (m) are selling.

Afaan Oromoo

Ati gurguraa jirta.

English

You (f) are selling.

Afaan Oromoo

Ati gurguraa jirta.

English

She is selling.

Afaan Oromoo

Isiin gurguraa jirti.

English

You (pl) are selling.

Afaan Oromoo

Isin gurguraa jirtu.

English

He is selling.

Afaan Oromoo

Inni gurguraa jira.

English

They are selling.

Afaan Oromoo

Isaan gurguraa jiru.