Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

189) Sell -Verb Form in Present Continuous - Negative Form

Click to choose another topic
English

I am not selling.

Afaan Oromoo

Ani gurguraa hinjiru.

English

We are not selling.

Afaan Oromoo

Nu gurguraa hinjirru.

English

You (m) are not selling.

Afaan Oromoo

Ati gurguraa hinjirtu.

English

You (f) are not selling.

Afaan Oromoo

Ati gurguraa hinjirtu.

English

She is not selling.

Afaan Oromoo

Isiin gurguraa hinjirtu.

English

You (pl) are not selling.

Afaan Oromoo

Isin gurguraa hinjirtan.

English

He is not selling.

Afaan Oromoo

Inni gurguraa hinjiru.

English

They are not selling.

Afaan Oromoo

Isaan gurguraa hinjiran.