Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

19) Possessive Pronouns - Example

Click to choose another topic
English

My book.

Afaan Oromoo

Kitaaba kiyya.

English

Our book.

Afaan Oromoo

Kitaaba keenya/keenna.

English

Your (m) book.

Afaan Oromoo

Kitaaba kee.

English

Your (f) book.

Afaan Oromoo

Kitaaba kee.

English

Her book.

Afaan Oromoo

Kitaaba ishee/isii.

English

Your (pl) book.

Afaan Oromoo

Kitaaba keessan.

English

His book.

Afaan Oromoo

Kitaaba isaa.

English

Their book.

Afaan Oromoo

Kitaaba isaanii.