Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

190) Sell -Verb Form in Past Continuous - Affirmative Form

Click to choose another topic
English

I was selling.

Afaan Oromoo

(Ani) gurguraan ture.

English

We were selling.

Afaan Oromoo

Nu gurguraa turre.

English

You (m) were selling.

Afaan Oromoo

Ati gurguraa turte.

English

You (f) were selling.

Afaan Oromoo

Ati gurguraa turte.

English

She was selling.

Afaan Oromoo

Isiin gurguraa turte.

English

You (pl) were selling.

Afaan Oromoo

Isin gurguraa turtan.

English

He was selling.

Afaan Oromoo

Inni gurguraa ture.

English

They were selling.

Afaan Oromoo

Isaan gurguraa turan.