Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
The student is in the class.
Baratichi daree keessa jira.
He went out.
Inni ala bahe.
He is inside the office.
Inni biiroo keessa jira.
He is outside the office.
Inni biiroon ala jira.
Above 30 degree centigrades.
Digrii seentigireedii soddomaa oli.
Below 30 degree centigrades.
Digrii seentigireedii soddomaa gadi.
The book is under the table.
Kitaabichi minjaala jala jira.
The book is on the table.
Kitaabichi minjaala gubbaa jira.
Behind the church
Bataskaana duuba.
In front of the church
Bataskaana fuuldura.
Opposite to bank.
Baankiin gama.
He is next to me.
Inni natti aaneeti.
A map of Ethiopia
Kaartaa Itoophiyaa.
He came from India.
Inni Hindii dhufe.
He went to office.
Inni gara biiroo deeme.
He is around bus station.
Inni naannawa buufata konkolaataa jira.
I am with my friend.
Ani hiriyaa kiyya/koo wojjiin/waliin jira.