Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

269) Essential Phrases

Click to choose another topic
English

Saying hello.

Afaan Oromoo

Nagayaa gaafachuu

English

Hello! How are you?

Afaan Oromoo

Haloo, Akkam jirta?

English

Fine, thanks.

Afaan Oromoo

Nagaya, ulfaadhu.

English

Hello! How are you doing?

Afaan Oromoo

Haloo, akkam jirta ree?

English

Fine, thanks. And you?

Afaan Oromoo

Nagaya, ulfaadhu. Ati hoo?

English

Hello! It's nice to meet you.

Afaan Oromoo

Asham! Baga wal agarre.

English

Good morning. Good afternoon. Good evening.

Afaan Oromoo

Akkam bulte/akkam oolte.

English

Saying good-bye

Afaan Oromoo

Nagayaa dhaammachuu

English

Good-bye!

Afaan Oromoo

Nagayatti!

English

Bye!

Afaan Oromoo

Nagaatti!

English

Keep in touch.

Afaan Oromoo

Hinbadiin.

English

Take care now.

Afaan Oromoo

Of hin dagatin.

English

See you tomorrow.

Afaan Oromoo

Boru walagarra.

English

See you.

Afaan Oromoo

Hayyee walagarra.

English

Good night.

Afaan Oromoo

Nagayaan buli.

English

Holiday greetings

Afaan Oromoo

Nagaya yeroo ayyaanaa

English

Merry Christmas! – The same to you.

Afaan Oromoo

Baga Ayyaana Qillee geesse. Atis baga geesse.

English

Happy New Year! – The same to you.

Afaan Oromoo

Bara haaraa gaarii siif haa ta'u. Siifis!

English

Have a nice holiday! – The same to you.

Afaan Oromoo

Ayyaana gaarii! siifillee haa ta'u.

English

Have a nice holiday! – You too.

Afaan Oromoo

Ayyaana gaarii. Siifillee.

English

Birthday greetings

Afaan Oromoo

Nagayaa guyyaa dhalootaa

English

Happy birthday! – Thank you.

Afaan Oromoo

Guyyaa dhalootaa gaarii! Ulfaadhu.

English

Happy birthday to you!

Afaan Oromoo

Baga guyyaa dhaloota kee geesse.

English

Congratulations

Afaan Oromoo

Baga gammadde!

English

Congratulations! Your new book is great!

Afaan Oromoo

Baga gammadde! Kitaabni kee haaraan bareeda!

English

I'd like to congratulate you. Your test paper is the best in the class.

Afaan Oromoo

Kutaa keessaa qabxiin gaariin kee waan ta'eef baga gammadde siin jechuu barbaada.

English

My congratulations/! I am glad. Your result is excellent.

Afaan Oromoo

Qabxiin kee baay'ee gaarii waan ta'eef, gammadi. Anis gammadeen jira.

English

Let me congratulate you on your excellent results.

Afaan Oromoo

Qabxii gaarii galmeessiteef baga gammadde siin jedha.

English

Wishing luck

Afaan Oromoo

Hawwii gaarii

English

Good luck!

Afaan Oromoo

Hiree gaarii!

English

Good luck to you!

Afaan Oromoo

Hiree gaarii siif/ isiniifis!

English

Good luck with your new project!

Afaan Oromoo

Pirojeektii haaraa keetiif carraa gaarii

English

I wish you luck in your ventures!

Afaan Oromoo

Waan gaarii hunda siif hawwa!

English

I wish you the best of everything in your life.

Afaan Oromoo

Jireenna keetti waan gaarii hunda siif hawwa!

English

Agreeing, accepting

Afaan Oromoo

Wal ta'uu, fudhachuu

English

Yes.

Afaan Oromoo

Eeyyeen.

English

OK. / All right.

Afaan Oromoo

Tole/misha.

English

Of course. / Certainly.

Afaan Oromoo

Sirriitti/dhugumatti.

English

Sure.

Afaan Oromoo

Dhugaadha.

English

No problem.

Afaan Oromoo

Rakkoo hinqabu.

English

With pleasure.

Afaan Oromoo

Gammachuun

English

That's a great idea.

Afaan Oromoo

Kun yaada gaariidha.

English

That's right. / That's true.

Afaan Oromoo

Sirriidha/dhugaadha.

English

I agree.

Afaan Oromoo

Ani itti waliigala.

English

I agree completely.

Afaan Oromoo

Ani guutummaa guututti itti walii gala.

English

Disagreeing

Afaan Oromoo

Walii hingalu.

English

No.

Afaan Oromoo

Miti.

English

Of course not.

Afaan Oromoo

Inumaa/gonkumaa.

English

I don't think so.

Afaan Oromoo

Natti hinfakkaatu.

English

It's not a bad idea, but maybe some other time.

Afaan Oromoo

Yaada yaraa miti; garuu yeroo birootiif ni ta'a.

English

That's not exactly true.

Afaan Oromoo

Inni kun gonkumaa sirrii miti.

English

Asking for help

Afaan Oromoo

Gargaarsa gaafachuu

English

Excuse me, could you help me?

Afaan Oromoo

Dhiifama, na gargaaruu dandeessaa?

English

Excuse me, I need some help.

Afaan Oromoo

Dhiifama, gargaarsa barbaada.

English

Can you help me, please?

Afaan Oromoo

Maaloo, na gargaaruu dandeessaa?

English

Could you do me a favor?

Afaan Oromoo

Waa diqqoo/xiqqoo na gargaaruu dandeessaa?

English

Offering help

Afaan Oromoo

Gargaarsa gochuu

English

Can I help you?

Afaan Oromoo

Si gargaaruu nan danda'aa?

English

Do you need some help?

Afaan Oromoo

Gargaarsa diqqoo/muraasa barbaaddaa?

English

Do you need any help?

Afaan Oromoo

Gargaarsa wayii barbaaddaa?

English

Is there anything I can do?

Afaan Oromoo

Wanti an hojjachuu danda'u jiraa?

English

How can I help?

Afaan Oromoo

Akkamitti si haa gargaaru?

English

Saying thank you

Afaan Oromoo

Ulfaadhu jechuuf

English

Thank you.

Afaan Oromoo

Ulfaadhu!

English

Thank you very much.

Afaan Oromoo

Baay'ee galatoomi!

English

Thanks a lot. (less formal)

Afaan Oromoo

Hedduu ulfaadhu.

English

Thank you for your help.

Afaan Oromoo

Gargaarsa keetiif ulfaadhu.

English

I really appreciate it.

Afaan Oromoo

Dhugaatti nan dinqiisiifadha.

English

I really appreciate your help.

Afaan Oromoo

Dhugumatti gargaarsa keetiif ulfaadhu.

English

You've been a great help.

Afaan Oromoo

Gargaarsa guddaa naaf gootee jirta.

English

Responding to thanks

Afaan Oromoo

Nama nama galateeffateef deebii kennuu

English

You are welcome.

Afaan Oromoo

Homaa miti.

English

Don't mention it.

Afaan Oromoo

Rakkoon hin jiru.

English

Any time.

Afaan Oromoo

Yeroo kamittuu.

English

That's all right. / It's all right.

Afaan Oromoo

Rakkoo hinqabu.

English

It's OK.

Afaan Oromoo

Homaa miti.

English

Apologizing

Afaan Oromoo

Dhiifama gaafachuu.

English

I'm very sorry.

Afaan Oromoo

Dhiifama guddaa.

English

Pardon me.

Afaan Oromoo

Dhiifama.

English

I'm sorry, I'm late.

Afaan Oromoo

Dhiifama nan barfadhe.

English

I'm sorry. I didn't mean it.

Afaan Oromoo

Dhiifama; akkanaa jechuuf miti.

English

Excuse me, please.

Afaan Oromoo

Maaloo, dhiifama godhi.

English

I'd like to apologize for losing your book. Please.

Afaan Oromoo

Maaloo, kitaaba kee waan si jalaa gateef dhiifama naa jodhi.

English

Responses to apologies

Afaan Oromoo

Nama dhiifama nama gaafateef deebii kennuu

English

That's all right.

Afaan Oromoo

Rakkoon hinjiru.

English

That's OK. / It's OK.

Afaan Oromoo

Tole.

English

Don't worry about it.

Afaan Oromoo

Rakkoo hinqabu/ hindhiphatin.

English

Never mind.

Afaan Oromoo

Hin yaadda'in.

English

Don't mention it.

Afaan Oromoo

Rakkoo hinqabu.

English

Attracting attention

Afaan Oromoo

Qalbii hatuu

English

Excuse me!

Afaan Oromoo

Dhiifama!

English

Excuse me, (is this Piyasa Road?)

Afaan Oromoo

Dhiifama, karaan kun kan Birbirsa Gooroo fiduu?

English

Excuse me, sir, (Could you help me?)

Afaan Oromoo

Dhiifama, kabajamoo na gargaaruu dandeessaa?

English

Excuse me, madam, (Where is the nearest post office?)

Afaan Oromoo

Dhiifama haadhoo koo, dhiyoo kana manni poostaa eessa jira?

English

Excuse me, miss, (What time is it?)

Afaan Oromoo

Dhiifama obbolee, sa'aatiin meeqa?

English

02:00 AM!

Afaan Oromoo

Ganama keessaa sa'aatii 2:00!

English

Asking to repeat

Afaan Oromoo

Irra deebiin gaafachuuf

English

Excuse me!

Afaan Oromoo

Dhiifama?

English

What did you say?

Afaan Oromoo

Maal jette?

English

I haven't heard what you said.

Afaan Oromoo

Waan ati jette hindhageenye?

English

Could you repeat it, please?

Afaan Oromoo

Maaloo irra naa deebi'uu dandeessaa?

English

Could you repeat what you just said, please?

Afaan Oromoo

Maaloo maal akka jette irra naa deebi'uu dandeessaaaa?

English

Asking to explain

Afaan Oromoo

Ibsa gaafachuuf

English

I don't understand.

Afaan Oromoo

Naaf hin galle.

English

Could you explain it, please?

Afaan Oromoo

Maaloo, naa ibsuu dandeessaa?

English

What does this word mean?

Afaan Oromoo

Jechi kun maal jechuudha?

English

My English is not very good.

Afaan Oromoo

Ingiliffi kiyya hedduu gaarii miti.

English

Could you explain what you just said, please?

Afaan Oromoo

Maaloo, maal akka dubbatte irra naa deebi'uu dandeessaa?

English

Saying that you understand

Afaan Oromoo

Akka hubattetti dubbachuu

English

I understand. / I understood.

Afaan Oromoo

Hubadhee jira/ naa galee jira.

English

I got it.

Afaan Oromoo

Naa galee jira.

English

I see.

Afaan Oromoo

Hubadhe/akkanaa.

English

What do you mean?

Afaan Oromoo

Maal jechuu keeti?

English

It's clear now.

Afaan Oromoo

Ifa.

English

Saying that you don't know

Afaan Oromoo

Akka hinbeenne / beekne / dubbachuu

English

I don't know.

Afaan Oromoo

Hinbeeku.

English

I couldn't say.

Afaan Oromoo

Hinjenne.

English

I have no idea.

Afaan Oromoo

Quba hinqabu.

English

I wish I knew.

Afaan Oromoo

Beekuuf nan hawwa/osoo hin beeka ta'ee.

English

Requests

Afaan Oromoo

Kabajaan gaafachuu

English

Could you help me, please?

Afaan Oromoo

Maaloo, na gargaaruu dandeessaa?

English

Could you speak more slowly, please?

Afaan Oromoo

Maaloo, osoo suuta jettee dubbattee garaa si hanqataa?

English

Would you mind speaking less loudly?

Afaan Oromoo

Maaloo, sagalee kee gad qabattee dubbachuu dandeessaa?

English

Could you lend me fifty birr till Friday, please?

Afaan Oromoo

Maaloo, hanga Jimaataatti qarshii shantama naa liqeessitaa?

English

Could I borrow your pen for a minute? – Sure. Here it is.

Afaan Oromoo

Qalama kee daqiiqaaf naa ergisuu dandeessaa? Tole. Kunoo.

English

Asking for permission

Afaan Oromoo

Hayyama gaafachuu

English

May I come in? Yes, of course.

Afaan Oromoo

Seenuu danda'aa? Eeyye, dandeessa?

English

May I use telephone, please?

Afaan Oromoo

Maaloo, Bilbila kee itti fayyadamuu danda'aa?

English

Would you mind if I borrow your book?

Afaan Oromoo

Kitaaba kee yoo ergifadhe garaa si hanqataa?

English

Asking to hurry

Afaan Oromoo

Akka daddafu itti dubbachuu

English

Could you do it a little faster, please?

Afaan Oromoo

Maaloo, harkaa daddaftaa?

English

Please hurry up, or we'll be late.

Afaan Oromoo

Maaloo, daddafi ta'uu baannaan hingalaalchinaa / barfanna.

English

Hurry up!

Afaan Oromoo

Dafi!

English

Come on, let's go!

Afaan Oromoo

Koottu/koottaa haa deemnuu!

English

Come on!

Afaan Oromoo

Koottu/koottaa.

English

Show some speed, will you?

Afaan Oromoo

Xiqqoo harka dafuu dandeessaa?

English

Asking to stop

Afaan Oromoo

Akka dhaabdu gaafachuu

English

Please stop shouting. (Stop talking, crying, etc.)

Afaan Oromoo

Maaloo iyyuu dhiisi. (Oduu dhiisi, booyuu dhiisiifi kkf)

English

Stop it, please.

Afaan Oromoo

Maaloo, dhiisi.

English

Will you please stop for a minute?

Afaan Oromoo

Maaloo, daqiiqamaaf / dhaaf dhiiftaa?

English

Wait! / Wait a minute.

Afaan Oromoo

Eegi/Daqiiqaa tokkoof na eegi.

English

Hold it.

Afaan Oromoo

Tasgabbaayi/ suuta jedhi.

English

That's enough.

Afaan Oromoo

Si gaha.

English

Asking to stop because you don't like what someone is doing

Afaan Oromoo

Yeroo inni hojii qajeelatti hojjachuu dhabe dhaabsisuuf gaafachuu

English

Stop it right now!

Afaan Oromoo

Ammaan tana dhaabi!

English

That's enough!

Afaan Oromoo

Sunuu gahaa! Si gaha.

English

Stop bothering me!

Afaan Oromoo

Na hin jeeqin/ na hinrakkisin!

English

That's it!

Afaan Oromoo

Kanuma

English

Warning

Afaan Oromoo

Akeekkachiisa

English

Take care!

Afaan Oromoo

Uf/of eegi!

English

Watch out for that bus!

Afaan Oromoo

Makiinaa san laali/ uf eegi!

English

Watch your step.

Afaan Oromoo

Of eeggannoon deemi.

English

Watch those stairs.

Afaan Oromoo

Of eeggannoon sadarkaalee irra deemi.

English

Watch your tongue. / Watch your mouth. / Watch your language.

Afaan Oromoo

Caldhiftee hindubbatin. Of eeggannoon dubbadhu. Haasawa kee sirreessi.

English

Be careful.

Afaan Oromoo

Of eeggadhu.

English

Giving advice

Afaan Oromoo

Gorsuu

English

You should read this book.

Afaan Oromoo

Kitaaba kana dubbisuu qabda.

English

You should see a doctor.

Afaan Oromoo

Ogeessa fayyaatiin laalamuu qabda.

English

You'd better to stay in bed for a couple of days.

Afaan Oromoo

Guyyaa muraasaaf boqachuu qabda.

English

If I were you, I'd go to Ethiopia.

Afaan Oromoo

Osoo an si ta'ee Itoophiyaa deema ture.

English

Giving a compliment

Afaan Oromoo

Dinqisiifannaa ibsuu

English

You look great. / You look wonderful.

Afaan Oromoo

Sirraa bareedee jira/ baay'ee bareeda.

English

That's a great suit!

Afaan Oromoo

Uffanni guutuun kun baay'ee gaariidha.

English

I like your new hair style.

Afaan Oromoo

Akkaataan rifeensa keetii isa haaraa kana jaaladheera.

English

You have a very nice house.

Afaan Oromoo

Mana baay'ee bareedaa qabda.

English

You speak English very well.

Afaan Oromoo

Afaan Ingilizii akka gaaritti dubbatta.

English

Thank you.

Afaan Oromoo

Ulfaadhu.

English

Thank you very much.

Afaan Oromoo

Baay'ee galatoomi.

English

Thank you, you are very kind.

Afaan Oromoo

Ulfaadhu/ ati nama gaariidha.

English

Invitations

Afaan Oromoo

Affeerraa

English

I would like to invite you to my birthday party.

Afaan Oromoo

Guyyaa dhaloota kiyyaarratti akka argamtu si affeeruun barbaada.

English

I would like to invite you to my marriage.

Afaan Oromoo

Guyyaa cidha kiyyaa akka argamtu si affeeruun barbaada.

English

Why don't we go to a concert?

Afaan Oromoo

Gara agarsiisa muuziqaa maaf hindeemne?

English

Accepting an invitation

Afaan Oromoo

Affeerraa fudhachuu

English

Thank you for your invitation.

Afaan Oromoo

Affeerraa keetiif ulfaadhu.

English

Thank you. I'd love to.

Afaan Oromoo

Ulfaadhu. Natti tola.

English

I'd like that very much.

Afaan Oromoo

Isa sirritti jaaladha.

English

With pleasure.

Afaan Oromoo

Gammachuu wajjiin.

English

That's a great idea.

Afaan Oromoo

Kun yaada gaariidha.

English

Declining an invitation

Afaan Oromoo

Affeerrii fudhachuu diduu

English

Thank you for the invitation, but I can't.

Afaan Oromoo

Afferraa keetiif ulfaadhu, garuu hindanda'u.

English

I can't. I have to study.

Afaan Oromoo

Hindanda'u. Qayyabachuun qaba.

English

I'm sorry. I'm busy tonight (tomorrow; on Saturday).

Afaan Oromoo

Dhiifama. Har'a galgala (boru/sanbata) hojii qaba.

English

I'd like to, but I'm busy.

Afaan Oromoo

Natti tola, garuu hojii qaba.

English

I wish but I really can't.

Afaan Oromoo

Dhufuu nan barbaada garuu hindanda'u.