Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

274) Reading and telling times

Click to choose another topic
English

06:00 - Six o’clock

Afaan Oromoo

06: 00 - Saa'aa jaha.

English

06:10 - Ten past six

Afaan Oromoo

06:10 - Saa'aa kudhani.

English

06:15 - A quarter/fifteen past six

Afaan Oromoo

06:15 - Saa'aa jahaafi ruubiidha.

English

06:30 - Half past six

Afaan Oromoo

06: 30 - Saa'aa jahaafi walakkaadha.

English

06:45 - Fifteen/quarter to seven

Afaan Oromoo

04: 45 - Saa'aa torba jechuuf ruubii hanquudha.

English

06:50 - Ten to seven

Afaan Oromoo

06:50 - torba jechuuf kudhan hanquudha.

English

07:00 - Seven

Afaan Oromoo

07:00 - Sa'aatii torba.

English

Daughter: What time is it now, mother?

Afaan Oromoo

Intalli: Sa'aatiin meeqa, Aayyaa?

English

Mother: It is half past six.

Afaan Oromoo

Haati: Sa'aa jahaafi walakkaadha.

English

Daughter: Thank you mam.

Afaan Oromoo

Intalli: Ulfaadhu Aayyaa!

English

Mother: What time is your class?

Afaan Oromoo

Haati: Daree barnootaa sa'aa meeqatti seenta?

English

Daughter: At fifteen to six.

Afaan Oromoo

Intalli: Sa'aa jaha jechuuf ruubii hanquu irratti.

English

Mother: Still you have 45 minutes.

Afaan Oromoo

Haati: Ammayyuu daqiiqaa afurtamii shan qabda.