Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
Doctor
Doktora
Surgeon
Ogeesa baqaqsanii yaaluu
Nurse
Narsii
Health assistant
Gargaaraa/Gargaartuu ogeessa fayyaa
Mid -wife
Deesiftuu
Patient
Dhukubsataa/ Dhukkubsattuu
Operation room
Kutaa baqaqsanii yaaluu
Wheel-chair
Wiilcharii
Stretcher
Istirecharii
Diagnose
Qorannoo
Glove
Gilaavii/ golgee harkaa
Couch
Meeshaa qorannoo
Thermometer
Teermoomeetirii/Safartu ho'aa
Stethoscope
Istetoskoppii/Safartu dhikkifanna
Ophthalmoscope
Meeshaa yaala ijaa
Otoscope
Meeshaa yaala gurraa
Speculum
Meeshaa yaala gadamessaa
Blood pressure
Dhiibbaa dhiigaa
Hyper-tension
Dhiibbaa dhiigaa olaanaa
Hypo tension
Dhiibbaa dhiigaa gadi aanaa
Hemorrhage
Dhiiguu
Anti septic
Dhiiguu madaa
Anesthesia
Hadoochituu
Sedative
Qoricha tasgabbeessituu
Vaccination
Talaallii
Eye ointment
Dibata ijaa
Pain
Dhukkubbii
Pus
Malaa
Measles
Shiftoo
Tapeworm
Maagaa
Rheumatism
Nyaataa qaamaa
Disease
Dhibee
Fever
Hoo'a/oo'aa
Typhoid
Golfaa
Malaria
Busaa
Common cold
Qufaa/utaalloo
Headache
Bowwoo
Stomachache
Dhukkubbii garaachaa
Toothache
Dhibee ilkaanii
Heartache
Dhibee onnee
Backache
Dugda-kutaa
Diarrhea
Baasaa/albaasaa/teessisaa
Diabetes
Dhibee sukkaaraa
Tuberculosis
Daranyoo sombaa
Cancer
Naqarsaa/Daranyoo
Ulcer
Madaa garaachaa
Leprosy
Qurcii/dhibee daaraa