Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

324) Present Continuous Tense - Affirmative Form

Click to choose another topic
English

I am reading newspaper.

Afaan Oromoo

(Ani) gaazexaa dubbisaan jira.

English

We are reading newspaper.

Afaan Oromoo

Nu gaazexaa dubbisaa jirra.

English

You (m) are reading newspaper.

Afaan Oromoo

Ati gaazexaa dubbisaa jirta.

English

You (f) are reading newspaper.

Afaan Oromoo

Ati gaazexaa dubbisaa jirta.

English

She is reading newspaper.

Afaan Oromoo

Isiin gaazexaa dubbisaa jirti.

English

You (pl) are reading newspaper.

Afaan Oromoo

Isin gaazexaa dubbisaa jirtan.

English

He is reading newspaper.

Afaan Oromoo

Inni gaazexaa dubbisaa jira.

English

They are reading newspaper.

Afaan Oromoo

Isaan gaazexaa dubbisaa jiran.