Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
Do you (m) read?
(Ati) ni dubbistaa?
Yes, I read.
Eeyyee, nan dubbisa.
What do you (m) read?
Maal dubbistaa?
I read news paper.
Gaazexaan dubbisa.
Which news paper do you (m) read?
Gaazexaa kam dubbistaa?
I read Addis Zeman news paper.
Gaazexaa Addis Zaman dubbisa.
When do you (m) read news paper?
Yoom gaazexaa dubbistaa?
I read news paper every morning.
Guyyuu ganama gaazexaa dubbisa.
Where do you (m) read news paper?
Gaazexaa eessatti dubbistaa?
I read newspaper at my home.
Gaazexaa mana kiyyatti dubbisa.
Why do you (m) read news paper?
Gaazexaa maaliif dubbistaa?
I read newspaper for information.
Gaazexaa odeeffannoo argachuuf dubbisa.
Who do you (m) read news paper with?
Eennuun wojjiin gaazexaa dubbistaa?
I read news paper with my friends.
Hiriyyoota koo wojjiin gaazexaa dubbisa.
How do you (m) read news paper?
Gaazexaa akkamitti dubbistaa?
I read news paper slowly.
Gaazexaa sagalee gad qabeen dubbisa.