English I am reading newspaper to know current affairs. Afaan Oromoo Ani dhimmoota yeroo baruuf gaazexaa dubbisa.
English Who are you (m) reading news paper with? Afaan Oromoo Ati eennu wojjiin gaazexaa dubbisaa jirta?
English I am reading news paper with my friends. Afaan Oromoo Ani hiriyoota koo wojjiin gaazexaa dubbisaan jira.