Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read English phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
I am getting up.
Ani hirribaa ka'aan jira.
I am praying to God.
Ani Waaqa kadhataan jira.
I am washing my face.
Ani fuula dhiqataan jira.
I am doing exercise.
Ani ispoortii hojjataan jira.
I am taking shower.
Ani nafa dhiqataan jira.
I am eating breakfast.
Ani ciree nyaataan jira.
I am listening to the radio.
Ani raadiyoo caqasaan jira.
I am going to work.
Ani gara hojii deemaan jira.
I am coming home.
Ani gara manaa dhufaan jira.
I am making dinner.
Ani irbaata qopheessaan jira.
I am watching television.
Ani TV laalaan jira.
I am going to bed/sleep.
Ani rafaan jira.
I am washing my clothes.
Ani uffata miicaan jira.
I am cleaning my house.
Ani mana kiyya qulqulleessaan jira.