Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
እኔ እራሴ ሻይ አፈላለሁ፡፡
Ani ofuma kiyyaa shaayii danfisa.
እኛ እራሳችን ሻይ እናፈላለን፡፡
Nuyi/Nu'i/Nu ofuma keenyaa/keennaa shaayii danfifna.
አንተ እራስህ ሻይ ታፈላለህ፡፡
Ati ofuma keetii shaayii danfifta.
አንቺ እራስሽ ሻይ ታፈያለሽ፡፡
እሷ እራሷ ሻይ ታፈላለች፡፡
Isheen/Isiin ofuma isheetii/isiitii shaayii danfifti.
እናንተ እራሳችሁ ሻይ ታፈላላችሁ፡፡
Isin ofuma keessanii shaayii danfiftu.
እሱ እራሱ ሻይ ያፈላል፡፡
Inni ofuma isaatii shaayii danfisa.
እነሱ እራሳቸው ሻይ ያፈላሉ፡፡
Isaan ofuma isaaniitii shaayii danfisu.