Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
ስንት ናችሁ?
Isin meeqa?
አምስት ነን፡፡
Nu nama shani.
የአባትህ ስም ማን ነው?
Maqaan abbaa keetii eenyu?
የአባቴ ስም አቶ ፒተር ይባላል፡፡
Maqaan abbaa kooti obbo Pheexiroos jedhama.
የአባትህ ሥራ ምንድን ነው?
Abaan kee maal hojjata?
አባቴ ገበሬ ነው፡፡
Abbaan kiyya qonnaan bulaadha.
ወንድሞችና እህቶች አሉህ?/አሉሽ/አላችሁ?
Obboleessaafi obboleettii qabdaa?
አዎ፤ አሉኝ፡፡
Eeyyeen, nan qaba.
ስንት ወንድሞች አሉህ?አሉሽ/አላችሁ?
Obboleeyyan meeqa qabda?
አራት ወንድሞች አሉኝ፡፡
Obboleeyyan afur qaba.
ታላቆችህ ናቸው ወይስ ታናናሾችህ?
Isaan hangafa mo'o quxisuu/maandhaa keeti?
ታናሾቼ ናቸው፡፡
Isaan quxisuu kooti.
የወንድምህ/የወንድምሽ/ የወንድማችሁ እድሜ ስንት ነው?
Umriin obboleessa keetii meeqa?
ሰላሳ አመቱ ነው፡፡
Umriin obboleessa kiyyaa waggaa soddoma.
አግብቷል?
Inni fuudhee jiraa?
አዎ፤ አግብቷል፡፡
Eeyyeen, fuudhee jira.
ልጆች አሉት?
Ijoollee qabaa?
አዎ፤ ልጆች አሉት፡፡
Eeyyeen, ni qaba.
ስንት ልጆች አሉት?
Ijoollee meeqa qaba?
ሶስት ልጆች አሉት፡፡
Ijoollee sadii qaba.
የወንድምህ/ የእህትህ ልጅ ስሙ ማን ነው?
Maqaan mucaa obboleessa keetii eenyu?
የወንድሜ ልጅ ስም አበበ ነው፡፡
Maqaan mucaa obboleessa kootii Abbabaadha.
እየተማረ ነው?
Mana barumsaa galee? Barumsa eegaltee?
አዎ፤ እየተማረ ነው፡፡
Eeyyeen, ni barata.
ስንተኛ ክፍል ነው?
Kutaa meeqa barata?
አራተኛ ክፍል ነው፡፡
Kutaa afur barata.