Amharic ሳሎን፣ መኝታ ቤት፣ ኩሽና እና ገላ መታጠቢያ ናቸው፡፡ Afaan Oromoo Kutaa keessummaa, ciisichaa, golaafi mana fincaaniiti.
Amharic ቴሌቪዥን፣ ሙዚቃ ማጫወቻ እና ማቀዝቀዣ አለኝ፡፡ Afaan Oromoo Telebijinii, muuziqaa taphachiistuuf qabbaneessituu qaba.