Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

254) Talking about Neighbourhood

Click to choose another topic
Amharic

የት ነው የምትኖረው?

Afaan Oromoo

Eessa jiraatta?

Amharic

እኔ የምኖረው ፒያሳ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Birbirsa Gooroo jiraadha.

Amharic

ምን ያህል ትልቅ ነው?

Afaan Oromoo

Hammam guddata? Hammam ga'a?

Amharic

መካከለኛ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Jiddugaleessa.

Amharic

ሰፈርህ ምን ይመስላል?

Afaan Oromoo

Naannoon keessan maal fakkaata?

Amharic

ቆንጆ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Bareedaadha/ Gaariida

Amharic

በሰፈርህ  ምን ዓይነት ሰዎች ይኖራሉ?

Afaan Oromoo

Namoota akkamiittu naanno keessan jiraatu?

Amharic

አብዛኛዎቹ ነጋዴዎች ሲሆኑ ጥቂቶቹ ደግሞ ተቀጣሪዎች ናቸው፡፡

Afaan Oromoo

Harki caalu daldaltootaa; muraasni /hagoon mindeeffamtoota.

Amharic

የመንገዶች ሁኔታ ምን ይመስላል?

Afaan Oromoo

Karaan akkami?

Amharic

መንገዶቹ ጥሩ ናቸው፡፡

Afaan Oromoo

Karaan gaariidha/mijataadha.

Amharic

በሰፈርህ ብዙ ዛፎች አሉ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan mukni baayyeen jiruu?

Amharic

አዎ፣ ብዙ ዛፎች አሉ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyeen, muka baayyeetu jiru.

Amharic

በሰፈርህ የመጫወቻ ስፍራ አለ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan bakki taphaa jiraa?

Amharic

አይ፣ የመጫወቻ ስፍራ የለም፡፡

Afaan Oromoo

Lakki, bakki taphaa hinjiru.

Amharic

በሰፈርህ ምን ያህል ሱቆች አሉ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan suuqii/dukkaana meeqatu jiru?

Amharic

አስር ሱቆች አሉ፡፡

Afaan Oromoo

Suuqii/dukkaana kudhantu jiru.

Amharic

በሰፈርህ መናፈሻ ቦታ አለ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan bakki bashannanaa jiraa?

Amharic

አይ፣ መናፈሻ ቦታ የለም፡፡

Afaan Oromoo

Lakki, hinjiru.

Amharic

በሰፈርህ የፍራፍሬና አታክልት  መሸጫ  አለ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan dukkaanni kuduraafi muduraa jiraa?

Amharic

አዎ፣ የፍራፍሬና አታክልት መሸጫ  አለ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyeen, dukkaanni kuduraafi muduraa ni jira.

Amharic

በሰፈርህ የገበያ ማዕከል አለ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan Jiddugalli daldalaa jiraa?

Amharic

አይ፣ የገበያ ማዕከል የለም፡፡

Afaan Oromoo

Lakki, jiddugalli daldalaa hinjiru.

Amharic

በሰፈርህ የቪዲዮ ማሳያ አለ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan jiddugalli viidiyoo jiraa?

Amharic

አዎ ፣ የቪዲዮ ማሳያ አለ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyeen, nijira.

Amharic

በሰፈርህ መድኃኒት ቤት አለ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan manni qorichaa jiraa?

Amharic

አዎ ፣ መድኃኒት ቤት አለ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyeen, manni qorichaa jira.

Amharic

በሰፈርህ የስርቆት ችግር አለ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan rakkinni hannaa jiraa?

Amharic

አይ፣ የስርቆት ችግር የለም፡፡

Afaan Oromoo

Lakki, hinjiru.

Amharic

በሰፈርህ ብዙ ጊዜ መብራት ይጠፋል?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan yeroo baayyee ibsaan addaan citaa?

Amharic

አዎ፣ ብዙ ጊዜ መብራት ይጠፋል፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyeen, yeroo baayyee adda cita.

Amharic

በሰፈርህ የቧንቧ ውኃ አለ?

Afaan Oromoo

Naannoo keessan tajaajilli bishaanii jiraa?

Amharic

አዎ ፣ የቧንቧ ውኃ አለ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyeen, tajaajilli bishaanii jira.

Amharic

ሰፈርህ ሰላም ነው?

Afaan Oromoo

Nageenni naannoo keessanii amansiisaa?

Amharic

አይ፣ ሰፈሬ ብዙም ሰላም አይደለም፡፡

Afaan Oromoo

Lakki, amansiisaa miti.

Amharic

በሰፈርህ ስንት ትምህርት ቤቶች አሉ?

Afaan Oromoo

Mana barumsaa meeqatu naannoo keessan jira?

Amharic

አንድ ትምህርት ቤት ብቻ አለ፡፡

Afaan Oromoo

Mana barumsaa tokko qofatu jira.

Amharic

መናኻሪያው ከሰፈርህ ምን ያህል ይርቃል?

Afaan Oromoo

Buufanni konkolaata naannoo keessan irraa hammam fagaata?

Amharic

ለሰፈሬ በጣም ቅርብ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Naannoo keennatti baay'ee dhihoodha.

Amharic

ሰፈርክን ትወደዋለህ?

Afaan Oromoo

Naannoo kee jaalattaa?

Amharic

አዎ፣ እወደዋለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyeen, nan jaaladha.