Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

256) Talking about Shopping - Buying Shoes

Click to choose another topic
Amharic

ሻጭ፡- ምን ይፈልጋሉ?

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Maal si gargaaru?

Amharic

ደንበኛ፡- ጫማ ፈልጌ ነበር፡፡

Afaan Oromoo

Maamila: Kopheen barbaada.

Amharic

ሻጭ፡- ስንት ቁጥር ይፈልጋሉ?

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Lakkofsa meeqa barbaadda?

Amharic

ደንበኛ፡- ጥቁር 43 ቁጥር እፈልጋለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Maamila: Lakkofsa 43 bifa gurraachaan.

Amharic

ሻጭ፡- ይሄ፣ ጥራት ያለው 43 ቁጥር ጫማ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Eeyyee, isaan kunniin lakkoofsa 43dha. Qulqullina qabu.

Amharic

ደንበኛ፡- መልካም፣ ዋጋው ስንት ነው?

Afaan Oromoo

Maamila: Tole, gatiin meeqa?

Amharic

ሻጭ፡- አንድ ሺ ብር ብቻ?

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Qarshii 1000 qofa.

Amharic

ደንበኛ፡- ኦ! በጣም ውድ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Maamila: Oo, baayyee mi'aa/qaaliidha.

Amharic

ሻጭ፡- አይ፣ ርካሽ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Lakki, rakasa/rakasha.

Amharic

ደንበኛ፡- እሺ፣ አምስት መቶ ብር ትሸጥልኛለህ?

Afaan Oromoo

Maamila: Tole, qarshii 500 naaf gochuu dandeessaa?

Amharic

ሻጭ፡- አያዋጣም፡፡

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Lakki, hinta'u.

Amharic

ደንበኛ፡- እሺ፣ የመጨረሻው ዋጋ ስንት ነው?

Afaan Oromoo

Maamila: Tole, gatiin dhumaa meeqa?

Amharic

ሻጭ፡- የመጨረሻው ዋጋ 800 ብር ብቻ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Gatiin dhumaa 800 qofa.

Amharic

ደንበኛ፡- እሺ፣ ይኸው፡፡

Afaan Oromoo

Maamila: Galatoomi, qarshii kafaluu danda'aa?

Amharic

ሻጭ፡- እሺ፣ አምጣ፡፡

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Tole, dandeessa.

Amharic

ደንበኛ፡- ይኸው፣ ውሰድ፡፡

Afaan Oromoo

Maamila: Tole, fudhu.

Amharic

ሻጭ፡- በጣም አመሰግናለሁ፣ ይልመድብህ፡፡

Afaan Oromoo

Abbaa dukkaanaa: Baayyee galatoomi, hinbadin.

Amharic

ደንበኛ፡- እሺ፣ እመጣለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Maamila: Tole, galatoomi.