Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

257) Talking about Shopping - Buying Clothes

Click to choose another topic
Amharic

ሻጭ፡- ምን ይፈልጋሉ?

Afaan Oromoo

Maal si gargaaruu?

Amharic

ደንበኛ፡- ሱሪ ፈልጌ ነበር፡፡

Afaan Oromoo

Kofoo barbaadeen ture.

Amharic

ሻጭ፡- ምን ዓይነት ቀለም ይፈልጋሉ?

Afaan Oromoo

Halluu kam siif haata'u?

Amharic

ደንበኛ፡- ጥቁር፡፡

Afaan Oromoo

Gurraacha.

Amharic

ሻጭ፡- ስንት ቁጥር ነው የሚለብሱት?

Afaan Oromoo

Laakkofsi mudhii kee meeqa?

Amharic

ደንበኛ፡-እርግጠኛ አይደለሁም፡፡ ልትለካኝ ትችላለህ?

Afaan Oromoo

Nan mama. Na safaruu dandeessaa?

Amharic

ሻጭ፡- ቁጥርዎ 34 ነው፡፡ ይኸኛው ይሁንልዎ?

Afaan Oromoo

Lakkoofsi 34 siif ta'aa?

Amharic

ደንበኛ፡- ከምንድን ነው የተሠራው?

Afaan Oromoo

Maal irraa hojjataman?

Amharic

ሻጭ፡- ከሱፍ፡፡

Afaan Oromoo

Suufii irraa.

Amharic

ደንበኛ፡-ከጥጥ የተሠራ ይኖርሃል?

Afaan Oromoo

Jirbii irraa kan hojjataman qabdaa?

Amharic

ሻጭ፡- አዎ፣ አለኝ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyee, kunniin jiru.

Amharic

ደንበኛ፡-ልለካው?

Afaan Oromoo

Yaaluu?

Amharic

ሻጭ፡- ይለኩት፡፡

Afaan Oromoo

Dandeessa.

Amharic

ደንበኛ፡- ትንሽ ረዘመብኝ፣ ከዚህ አጠር ያለ ይኖርሃል?

Afaan Oromoo

Isaan kunneen dhedheeraadha. Gaggabaaboo hinqabduu?

Amharic

ሻጭ፡- ይኸኛው አጠር ይላል፡፡

Afaan Oromoo

Isaan kunniin gaggabaaboodha.

Amharic

ደንበኛ፡-እሺ ልውሰደው፡፡

Afaan Oromoo

Isaan kanan fudha.