Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

261) Talking about Hotel

Click to choose another topic
Amharic

ደንበኛ፡- አልጋ አላችሁ?

Afaan Oromoo

Maamila: Sireen jiraa?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- አዎ፣ አለን፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, jira.

Amharic

ደንበኛ፡- ለሁለት ቀን አልጋ ፈልጋለሁ?

Afaan Oromoo

Maamila: Ani guyyoota lamaafan siree barbaada.

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- እሺ፣ መልካም፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Haa ta'u.

Amharic

ደንበኛ፡- ባለአንድ አልጋ ስንት ነው?

Afaan Oromoo

Maamila: Gatiin siree tokkoo meeqa?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- በቀን ሁለት መቶ ብር፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Guyyaatti qarshii 200.

Amharic

ደንበኛ፡- ባለሁለት አልጋ ስንት ነው?

Afaan Oromoo

Maamila: Gatiin siree lamaa meeqa?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- በቀን አራት መቶ ብር፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Guyyaatti qarshii 400.

Amharic

ደንበኛ፡- ከገላ መታጠቢያ ጋር ነው?

Afaan Oromoo

Maamila: Qaama dhiqannaa wajjiinii?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- አዎ፣ ከገላ መታጠቢያ ጋር ነው፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, qaama dhiqannaa wajjiini.

Amharic

ደንበኛ፡- ምን ያህል ሰፊ ነው?

Afaan Oromoo

Maamila: Hammam bal'ata?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- አስር በአስር ነው፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Abbaa 10*10.

Amharic

ደንበኛ፡- ቴሌቭዥን አለው?

Afaan Oromoo

Maamila: Televijinii qabaa?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- አዎ፣ አለው፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, qaba.

Amharic

ደንበኛ፡- ምግብ ቤት አላችሁ?

Afaan Oromoo

Maamila: Mana nyaataa qabduu?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- አዎ፣ አለን፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, qabna.

Amharic

ደንበኛ፡- የሌላ ሀገር ምግብ አገኛለሁ?

Afaan Oromoo

Maamila: Nyaata biyya alaa argadhaa?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- አዎ፣ ታገኛለህ፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, argatta.

Amharic

ደንበኛ፡- የመዋኛ ገንዳ አላችሁ?

Afaan Oromoo

Maamila: Bakki bishaan daakaa jiraa?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- አዎን፣ አለን፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, jira.

Amharic

ደንበኛ፡- አሳንስር አለው?

Afaan Oromoo

Maamila: Liiftiin jiraa?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- አዎ፣ አለ፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, jira.

Amharic

ደንበኛ፡- የመልቀቂያ ሰዓት ስንት ነው?

Afaan Oromoo

Maamila: Sa'aatiin bahiinsaa meeqa?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- እስከ ስድስት ሰዓት፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Waaree booda sa'aa 12:00tti.

Amharic

ደንበኛ፡- ልለቅ እፈልጋለሁ፤ ስንት አለብኝ?

Afaan Oromoo

Maamila: Ani bahuu barbaada meeqa kafalu?

Amharic

እንግዳ ተቀባይ፡- እሺ፣ ሶስት መቶ አለብዎ፡፡

Afaan Oromoo

Keessumeessaa/tuu: Dandeessa, qarshii 300 kafalta.