Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

266) Talking about Directions - Situation 3

Click to choose another topic
Amharic

እባክህ/ሽ፣ እዚህ አከባቢ ምግብ ቤት አለ?

Afaan Oromoo

Dhiifama; naannoo kana manni nyaataa jiraa?

Amharic

ከአሻጉሊት መሸጫ መደብሩ ጥግ ላይ አንድ ምግብ ቤት አለ፡፡

Afaan Oromoo

manni nyaataa tokko kuusaa meeshaa taphaatti aanee jira.

Amharic

አመሰግናለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Galatoomi!

Amharic

ምንም አይደል፡፡

Afaan Oromoo

Homaa miti.

Amharic

ይቅርታ፣ ቅርቡ ፋርማሲ የት ነው?

Afaan Oromoo

Dhiifama, manni qorichaa dhihoo kana eessa jira?

Amharic

ፒያሳ መንገድ ላይ ከሱቁ ቀጥሎ ያለው ፋርማሲ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Daandii gara birbirsa gooroo geessurraa dukkaanatti aanee manni qorichaa tokko jira.

Amharic

ከባንኩ ፊት ለፊት ያለው አደባባይ ይታይሃል/ሻል?

Afaan Oromoo

Faallaa baankichaatiin adda babayiin sitti mul'ataa?

Amharic

የገበያውን መንገድ ከአደባባዩ ጀርባ ታገኘዋለህ/ዋለሽ፡፡

Afaan Oromoo

Daandiin gara gabaa geessu adda babayii duubaarratti argatta.

Amharic

እዚያ ለመድረስ ምን ያህል ጊዜ ይወስዳል?

Afaan Oromoo

Achi gahuuf sa'aatii meeqa fudhata?

Amharic

አሥር ደቂቃ ያህል፡፡

Afaan Oromoo

Naannoo daqiiqa 10.

Amharic

አመሰግናለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Galatoomi!

Amharic

እባክህ/ሽን፣ ልትረዳኝ/ጂኝ ትችላለህ/ያለሽ?

Afaan Oromoo

Dhiifama, na gargaaruu dandeessaa?

Amharic

ከዚህ ወደ ከተማው መሃል እንዴት መሄድ እንዳለብኝ ማወቅ እፈልጋለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Asirraa gara walakkeessa magaalaa akkan itti deemu baruun barbaade.

Amharic

ወደ መሃል ከተማ የሚሄደው አውቶቡስ ከሆቴሉ ፊት ለፊት ይቆማል፡፡

Afaan Oromoo

Otoobsiin gara walakkeessa magaalaa deemu hoteela fuuldura dhaabbata.

Amharic

ይቅርታ፣ ይህ አውቶቡስ ወደ መሃል ከተማ ይሄዳል?

Afaan Oromoo

Dhiifama; Otoobsiin kun gara walakkeessa magaalaa deemaa?

Amharic

አይ፣ በተቃራኒው አቅጣጫ የሚሄድ አውቶቡስ ያስፈልግሀል/ሻል፡፡

Afaan Oromoo

Lakki, Otoobsii karaa birootiin deemu si barbaachisa.

Amharic

የአውቶቡስ ማቆሚያው ከመንገዱ በሌላኛው ጎን ነው፡፡

Afaan Oromoo

Buufanni Otoobisichaa daandii kanaan gama.

Amharic

እሺ፣ አመሰግናለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Hayye galatoomi