Speak with the hearts

Learn Afaan Oromoo

Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.

Current topic

267) Talking about Bank

Click to choose another topic
Amharic

ደንበኛ፡- ሥራ አስኪያጁን ማናገር እችላለሁ?

Afaan Oromoo

Hoji-gaggeessaa waliin walarguu nan danda'aa?

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- ስለምን ጉዳይ ነው?

Afaan Oromoo

Dhimmi maali?

Amharic

ደንበኛ፡- ሼከር እባላለሁ የሒሳብ ደብተር መክፈት ፈልጌ ነው፡፡

Afaan Oromoo

Seikhar, jedhama. Lakkoofsa Herreegaa banachuun barbaade.

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- በተንቀሳቃሽ ሒሳብ ደብተር ነው?

Afaan Oromoo

Dabtara cheekii waliinii?

Amharic

ደንበኛ፡- እባክህን፣ ቅጹን ልትሰጠኝ ትችላለህ/ያለሽ?

Afaan Oromoo

Unkaa argachuu nan danda'aa?

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- አዎ፣ ይችላሉ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyee, ni dandeessa.

Amharic

ደንበኛ፡- የቱጋ ልፈርም?

Afaan Oromoo

Eessatti mallatteessu?

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- እባክዎን፣ እዚህ ላይ ይፈርሙ፡፡

Afaan Oromoo

Assitti mallatteessi.

Amharic

ደንበኛ፡- ገንዘብ ማስቀመጥ እፈልጋለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Mallaqa baankii kaayyachuun barbaada.

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- አዎን፣ ይችላሉ፡፡

Afaan Oromoo

Eeyyee, ni dandeessa.

Amharic

ደንበኛ፡- ገንዘብ ማውጣት እፈልጋለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Maallaqa baankii baafachuun barbaada.

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- ምን ያህል ማወጣት ይፈልጋሉ?

Afaan Oromoo

Hangam baasuu barbaadda?

Amharic

ደንበኛ፡- ሶስት ሺ ብር ማውጣት እፈልጋለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Qarshii 3000, baafachuun barbaada.

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- እባክዎ፣ የገንዘብ ማውጫውን ቅጽ ይሙሉ፡፡

Afaan Oromoo

Unkaa ittiin maallaqa baastu guuti.

Amharic

ደንበኛ፡- አስር ቁጥር ተጠርቷል?

Afaan Oromoo

Lakkofsa baastuu 10 waamteertaa?

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- አዎ፣ ባላአስር ወይስ ባለመቶ ይሁንልዎ?

Afaan Oromoo

Eeyyee; abbaa kudhanii moo abbaa dhibbaa si kennu?

Amharic

ደንበኛ፡- ባለመቶውን ስጠኝ፡፡

Afaan Oromoo

Abbaa dhibbaa naa kenni.

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- ይኸው ሶስት ሺ ብር ይውሰዱ፡፡

Afaan Oromoo

Tole, qarshii kuma sadii fudhadhu.

Amharic

ደንበኛ፡- አመሰግናለሁ፡፡

Afaan Oromoo

Galatoomi.

Amharic

ገንዘብ ከፋይ፡- ምንም አይደል፡፡

Afaan Oromoo

Homaa miti.