Choose the language you know and the language you want to learn before opening this section.
Read Amharic phrases alongside Afaan Oromoo translations by topic.
ስንት ዓመትህ/ሽ ነው?
Umriin kee meeqa?
ስንት ኪሎ ነህ/ነሽ?
Ulfaatinni kee hagami?
ስልክ ቁጥርህ/ሽ ስንት ነው?
Lakkoofsi bilbilaa kee meeqa?
አድራሻህ/ሽ የት ነው?
Teesson kee eessa?
የምትኖረው በከተማ ወይስ ገጠር?
Magaala moo baadiyyaa jiraatta?
ሃብታም ነህ/ሽ?
Ati dureessaa?
አግብተሀል/አግብተሻል?
Bultii qabdaa?
ብቻህን/ሽን ነው የምትኖረው/ሪው?
Kophaa jiraattaa?
አልማዝ ፍቅረኛህ ናት?
Almaaz jaalallee keetii?
ፍቅረኛ አለሽ፣ አይደል?
Jaalallee qabdaa?
ለምን አላገባህ/ሽም?
Maaliif hin fuudhin/hin heerumin?
ልጆች ለምን አልወለድክም/ሽም?
Maaliif ilmaan hin horatin?
ሰዓትህ/ሽ ውድ ነው?
sa'aatiin harkaa kee qaaliidhaa?
ቀሚስሽን ወድጀዋለው፡፡ ስንት ተገዛ?
Uffannaa kee jaalladheera, gatiin isaa meeqa?
ምርጥ መኪና አለህ/ሽ፡፡ ስንት ገዛኸው/ሽው?
Konkolaataa bareeda qabda? Meeqaan bitte?
አምባርሽን ወድጀዋለው፡፡ ንፁህ ወርቅ ነው?
Bitoo kee jaaladheen jira. Warqii qulqulluudhaa?
ቀለበትህ/ሽ ያምራል፡፡ ንፁህ አልማዝ ነው?
Qubeen kee baay'ee bareeda. Daaymandii sirriidhaa?
ቆንጆ ጃኬት ነው፡፡ ንፁህ ቆዳ ነው?
Jaakkeetiin kee ni bareeda. Gogaa qulqulludhaa?
በፈጣሪ ታምናለህ/ኛለሽ?
Waaqatti ni amantaa?
ወደ ቤተክርሲቲያን/መስጂድ ምን ያህል ጊዜ ትሄዳለህ/ጂያለሽ?
Yoom yoom mana amantaa deemta?
ለግል ጥያቄዎች መልስ መስጠት
Gaafilee matayyaa/dhuunfaa deebisuu
ታሪኩ ረጅም ነው?
Sun seenaa dheeraadha.
ባልናገር ይሻላል፡፡
Callisuu naaf wayya.
ያ የግል ጉዳይ ነው፡፡
Kun dhimma dhuunfaati.
እባክህ/ሽ፣ የግል ጥያቄ አትጠይቀኝ/ቂኝ፡፡
Maaloo, gaaffii dhuunfaa na hingaafatinaa.
አስተያየት የለኝም፡፡
Yaada hinqabu/Waan jedhu hin qabu
ለምን እነግርሃለው/ሻለሁ?
Maaliifin sitti hima?
ማንንም አይመለከትም፡፡
Enyuniyyuu hin ilaallatu.
አያገባህም/ሺም፡፡
Dhimma kee miti.
እንዴት ደፍረህ/ሽ ጠየከኝ/ሽኝ፡፡
Akkamitti na gaafatte!
ድፋር ነህ/ሽ!
Akkamitti!
የግል ጥያቄ ለመጠየቅ ማስፈቀድ
Gaafilee dhuunfaa gaafachuuf hayyama gaafachuu
የግል ጥያቄ ብጠይቅህ ቅር ይልሃል/ሻል?
Gaaffii dhuunfaa yoo si gaafadhe sitti tolaa?
ግላዊ ጥያቄ ልጠይቅህ/ሽ እችላለሁ?
Dhimma dhuunfaa si gaafachuu nan danda'aa?