Amharic እባክህን/ሽ፣ ወደ ቶክዮ የበረራ ትኬት መቁረጥ እፈልጋለሁ፡፡ Afaan Oromoo Balallii gara Tookiyootiif galmaa'uu barbaada .
Amharic ደህና አደርክ/ሽ:: ትኬትህ/ሽን ሊያሳዩኝ ይችላሉ? Afaan Oromoo Nagaa bultee? tikkeettii kee natti agarsiisuu dandeesssaa?
Amharic ይኸው፡፡ ይህን ሻንጣ በእጄ መያዝ እችላለሁ? Afaan Oromoo Eeyyeen! kana akka korojoo imaltuutti qabachuu danda'aa?
Amharic ማጨስ በሚፈቀድበት መተላለፊያ በኩል ወንበር ማግኘት እችላለሁ? Afaan Oromoo Kutaa itti xuuxan keessatti tessoo argachuu danda'aa?
Amharic አዝናለሁ ወዳጄ፣ ይህ ማጨስ የማይፈቀድበት በረራ ነው:: Afaan Oromoo Lakki obboleessoo, Kun balalii xuuxuu irraa bilisaati.